Fana: At a Speed of Life!

Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan taphni har’a Jaappaan Kirooshiyaa waliin taasiiftu ni eegama

Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC) – Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa har’aan Jaappaan Kirooshiyaa, Biraaziil Kooriyaa Kibbaa waliin ni taphatu.

Bakka buutoonni Eeshiyaa lamaan taphni har’a nuusa xumuraaf darbuuf gaggeessaan ni eegama.

Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Jaappaan Kirooshiyaa waliin ni falmatti.

Kirooshiyaan Waancaa Addunyaa bara Faranjootaa 2018 gaggeeffameerratti xumuraaf ga’uun ishee kan yaadatamuudha.

Akkasumas galgala sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Biraaziil Kooriyaa Kibbaa waliin ni taphatu.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.