Fana: At a Speed of Life!

Tapha Waancaa Afrikaan taphni har’a Iyivoorii Koosti Seeneegaal waliin taasiiftu akkaan eegama

Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Afrikaa moo’atanii darbuun taphni har’a Iyivoorii Koosti Seeneegaal waliin taasiiftu akkaan eegama.

Har’a galgala sa’aatii 2:00 irraa jalqabee tapha waancaa Afrikaa 34ffaarratti ga’umsa olaanaa mul’isaa kan jirtu Keeppi Vardeen Mooriitaaniyaa waliin taasiiftu xiyyeeffannoo argateera.

Halkan sa’aatii 5:00 irraa eegalee taphni qopheessituun Waancaa Afrikaa 34ffaa Iyivoorii Koosti Seeneegaal waliin taasiiftu akkaan eegama.

Shaampiyoonaan Waancaa Afrikaa 33ffaa Seeneegaal hanga ammaatti hin moo’amne.

Iyivoorii Koosti ammoo ga’umsa gadi aanaa agarsiisuun qeeqamaa jirti.

Hanga ammaatti Angoolaa, Naayijeeriyaa, Giinii fi DR Koongoon biyyoota tapha Nuusa xumuraaf darbuu mirkaneeffataniiru.

Shaampiyoonaan yeroo 7 Ijipti eda galgala DR Koongoon injifatamuun Waancaa Afrikaa 34ffaa ala ta’uun ishee kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.