Fana: At a Speed of Life!

Tapha Waancaa Awurooppaan Siwiidiin Isloovaakiyaa injifatte

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaan Siwiidiin Isloovaakiyaa goolii 1 fi 0n injifatteerti.
Tapha biyyoota ramaddii ‘E’ jalatti ramadaman gidduutti har’a waaree booda 10:00 irraa eegalee taphatameen Siwiidiin Isloovaakiyaa 1 fi 0n moo’atteerti.
Foorsbarg 77ffaarratti rukkuttaa bilisaan Siwiidiif gooli 1 galcheen Siwiidin taphichaarraa qabxii 3 argatteerti.
Siwiidiin tapha har’aa moo’achuu isheen taphoota moo’atanii darbuuf carraa qabdu bal’ifatteerti.
Maddi:-BBC Sport
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.