Fana: At a Speed of Life!

Taphataan kubbaa kaachoo beekamaan Ameerikaa Koobii Biraayaant balaa helikooktaraan boqote

Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Taphataan kubbaa kaachoo beekamaan Ameerikaa Koobii Biraayaant balaa helikooptaraan addunyaa kanarraa boqoteera.

Namoota balaa helikooptaraan du’aan sagal keessaa tokkoo  Intala taphataa beekamaa Koobee Biraayaantidha.

Balaan kun magaalaa Kaalaabaasaa Kaalifoorniyaatti mudate.

Biraayaant, helikooptarii dhuunfaa isaatii lafatti kufuun kan barbadaa’e.

Balaa kanaan lubbuun nama tokkoyyuu kan hin hafnee ta’u himameera.

Biraayaant, Waldaa Biyyaalessaa Kubbaa Kaachoo Ameerikaatti yeroo 5 shaampiyoonaa ta’eera.

Taphattoonnii fi namoonni bebeekamoon du’asaaf erga  gaddaa dabarsaafii jiru.

Maddi:-BBC

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.