Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni deebii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a ni taphatamu

Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Taphoonni deebii Nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala ni taphatamu.
Har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni deebii Baarseloonaan PSG fi Atileetikoo Maadiriid Borushiyaa Doortimund waliin taasiisan ni eegama.
Kilabaanni Ispeen lamaanii tapha marsaa jalqabaa injifachuun kan yaadatamuudha.
Boru ammo taphni Baayerni Muunik Arsenaal, Maanchiiser Siitiin Riyaal Maadiriid waliin taasiin hawwiin eegama.
Taphni marsaa jalqabaa qixaan xumuramee ture.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.