Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaa eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasatti taphatama jedhame

Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaa eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasatti kan gaggeeffamu ta’uu Waldaan Aksiyoonii Piriimeer liigichaa beeksise.
Torbee 16ffaa hanga 22ffaatti Istaadiyeemii Dirre Dhawaatti taphatamaa kan ture taphoonni Piriimeer Liigichaa , taphoota Waancaa Itiyoophiyaan booda torbee 23ffaa eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti kan taphatamu ta’uu himeera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.