Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaan Adaamaan 2 – 0n Ityoo Elektirik injifate

Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa har’a waaree booda taphatameen Adaamaan 2- 0n Ityoo Elektirik injifateera.

Kilabni bulchiinsa magaalaa Adaamaa taphicha injifachuu isaa hordofee qabxii 27n sadarkaa isaa gara 8ffaatti fooyyeffateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.