Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Liigii Olaanoo Oromiyaa har’a taphatameen Ginciin Ammayyaa yoo injifatu, Gullisoo fi Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo qabxii qoodatan

Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Oromiyaa torbee 2ffaa har’a taphatameen Ginciin Ammayyaa yoo injifatu, Gullisoo fi Yuunivarsiitiin Dambi Doolloon qixa xumuruun qabxii qoodataniiru.

Gullisoo fi Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo galchii 1 qixa xumuruun yoo qabxii qoodatan, Ginciin galchii 3 fi 2n Magaalaa Ammayyaa injifateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.