Fana: At a Speed of Life!

Taphoota moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphoonni lama ni taphatamu

Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Taphoota moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal Poortoo, Baarseloonaan Naappoolii waliin taasiisan ni eegama.

Har’a halkan sa’aatii 5:00 irraa eegalee Poortoon Arsenaal, Baarseloonaan Naappoolii ni keessummeessu.

Tapha edana taphatameen Intar Miilaan Atleetikoo Maadiriid galchii 1fi 0n yoo injifatu, PSV fi Boruusiyaa Doortimandi waliin galchii 1 qixa xumuruun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.