Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Niwuukaastiil waliin taphatu ni eegama

Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu.

Har’a waaree booda sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphoonni 4 kan taphataman yoo ta’uu, Astoon Viilaan Nootiingihaam Forest,Biraayitan Evartan, Kiristaal Paalaas Barnileey, akkasumas Maanchiisteer Yuunaayitiid Fuulhaam waliin ni taphatu.

Galgala sa’aatii 2:30 irraa jalqabee Boornimaawuuz Maanchiister Siitii waliin yoo falmatu, halkan sa’aatii 5:00 irraa eegalee taphni Arsenaal Niwuukaastiil waliin taasiisu hawwiin eegama.

Maddi:-BBC Sport

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.