Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Waancaa Addunyaa har’aan falmiin Moorokoon Kaanaadaa waliin Jarman Koostaarikaa waliin taasiisan ni eegama

Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Taphoota Waancaa Addunyaa har’aan falmiin Moorokoon Kaanaadaa waliin Jarman Koostaarikaa waliin marsaa itti aanuuf darbuuf taasiisan ni eegama.

Har’a galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Kaanaadaan Moorokoo waliin Kirooshiyaan Beeljiyeem waliin ni taphatu.

Akkasumas galgala sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Koostaarikaan Jarman waliin, Jaappaan Ispeen waliin ni taphatu.

Beeljiyeem tapha moo’atanii darbuuf ga’uuf dirqama tapha har’aa injifachuutu irraa eegama.

Jarmanis marsaa itti aanuuf kan dabartu Koostaariyaa yoo injifattee fi Jaappaan Ispeeniin yoo injifatamte qofa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.