Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Waancaa Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan Nageellee Arsiin 3-0 Silxee Waraabee injifate

Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan Nageellee Arsiin 3-0 Silxee Waraabee injifachuun marsaa 3ffaaf darbuu mirkaneeffate.

Kaleessa Magaalaan Adaamaa fi Shaashamanneen morkattoota isaanii inijifachuun marsaa 3ffaaf darbuun isaanii kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.