Fana: At a Speed of Life!

Teeksaasitti maanguddoon umrii waggaa 90 digrii 2ffaan eebbifaman

Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Teeksaasitti maanguddoon umrii waggaa 90 digrii 2ffaan eebbifamaniiru.

Maanguddoon kun Yuunivarsiitii Kaaba Teeksaasitti barnoota isaanii hordofuun Digrii 2ffaan eebbifamuu ibsameera.

Dubartiin Miinii Peeyi jedhamuun wamaman gosa barnootaa ‘Inter Dissippiliinarii Isteedis’ jedhumu barachuu isaanii UPI gabaaseera.

Maanguddoo kun waggoota 30f hojiirra erga turanii umrii waggaa 68ffaa isaaniitti soorama ba’uun Maasterii barachuuf gara yuunivarsiitichaa imaluu eerameera.

Erga soorama ba’anii booda gara Yuunivarsttii Dubartootaatti imaluun koorisii Gaazeexeessummaa 3 fi hojii daldalaa 1 fudhachuun xumuruu isaanii ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.