Fana: At a Speed of Life!

Tiraampi filannoo Pireezidaantummaa Ameerikaa 2024 irratti kan dorgoman ta’uu beeksisan

Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerirkaa Doonaald Tiraampi filannoo Pireezidaantummaa biyyattii 2024 irratti kan dorgoman ta’uu beeksisaniiru.

Doonaald Tiraampi Ripaabilikaanoota bakka bu’uun kan dorgoman ta’uu himaniiru.

Tiraampi filannoo biyyattii 2020 gaggeeffameen Joo Baayidaniin moo’atamanii aangoo gadi dhiisuun kan yaadatamuudha.

Filannoo Pireezidaantummaa 2024 Ameerikaatti gaggeefamurratti dorgomuuf fedhii qabaachuu ibsa mana jireenyaa isaanii Filooriidatti argamuu laataniin beeksisuu ‘Fox News’ gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.