Fana: At a Speed of Life!

Tootanhaam Astoon Viillaan injifatame

Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har’a taphatameen Tootanhaam Astoon Viillaan goolii 2 fi 1n injifatameera.

Tootanhaam Astoon Viillaan injifatamuu hordofee carraan sadarkaa 3ffaa qabachuuf ture jalaa fashalaa’eera.

Astoon Viillaan taphoota hanga ammaatt taphateen qabxii 28 walitti qabachuun sadarkaa 4ffaa qabateera.

Tootanhaam ammoo sadarkaa 5ffaatti gadi bu’eera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.