Fana: At a Speed of Life!

Trast Fandiin Ityoo[phiyaa meeshaalee birrii miiliyoona 40tti tilmaamamu deeggarsa taasise

Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Trast Fandiin Ityoophiyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf kan oolu meeshaalee Birrii Miiliyoona 40tti tilmaamamu deeggarsa taasise.
 
Meeshaleen kunneen ogeeyyii fayyaaf kan tajaajilan ta’uu ibsameera.
 
Dura taa’aan daayreektooreetii boordii Trast Fandii Ityoophiyaa obbo Zaafuu Iyyasuuswarqi deeggarsicha Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaaf kennaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.