Fana: At a Speed of Life!

Turkii yeroo jalqabaatif guutuummaa guutuutti sochii dhorkuufi

Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Turkii sababa weerara vaayrasii koroonaatif yeroo jalqabaatif guutummaa guutuutti sochiirra qoqqoobbi kaa’uufi jedhame.

Mootummaa Biyyatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi du’aati hambiisuuf har’arra eegalee guutuummaa guutuutti sochiirra qoqqoobbii akka kaa’uu  beeksiseera.

Kana hordoofee yeroo amma biyyattitti daandiiwwannii fi giddugalloonni gabaa namaan dhiphaachuu himameera.

Turkiin bara darbee weerara vaayrasiichaa dursiitee ittisuun biyyoota milkooftee yoo taatuu, bu’aasheef kanaaf dhaabbata Fayyaa Addunyaatin beekkamti argateetti.

Turkiitti baatii Eebila guyyaan namooni haaraan kumni 60 ol vaayrasii koronaatin yoo qabaman, 300 kan ta’aan ammoo lubbuun isaanii darbeera.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.