Fana: At a Speed of Life!

Waayita Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 3ffaa injifattu miseensa garichaa kan turan Hayilamaariyaam Makonniin boqotan

Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Bara 1954 Waayita Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 3ffaa injifattu miseensa garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa kan turan Hayilamaariyaam Makonniin addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.

Hawaasa Ispoortiin Shaashoo jedhamuun kan beekaman Hayilamaariyaam garicha keessatti sadarkaa garaagaraatti tajaajiluu isaanii ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.