Fana: At a Speed of Life!

Waggoottan darbanitti Biqiltuun biiliyoonni 32 ol dhaabbate –TKM

Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Waggoottan darbanitti sagantaa Ashaara magariisaa akka biyyaatti eegalameen guutuu biyyattiitti biqiiltuu biiliyoona 32 ol dhaabbate keessaa %90 ol latuu Tajaajilli Koominiikeeshinii Mootummaa beeksiseera.
Sagantaa Ashaara magariisaan guutuu biyyattiitti biqiltuuwwan dhaabaman iddoolee dhiqama biyyeef saaxilamanii turan magariisummaa uffachuu ibseera.
Bara kanas buufatee biqiiltuu kuma 132 fi 144 ol irratti biqltuuwwaan gosa garagaraa qophaa’uun biqiiltuu biiliyoona 6.3 dhaabuuf qophiin taasiifamaa jiraachuun himeera.
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Lammiilee Itiyoophiyaaf akka aadaatti hanga ilaallamutti hojjechuun Itiyoophiyaa magariisa uffatte ni dhugoomsina jedheera.
Qophiin Ashaaraa magariisaa lammiilee hedduuf carraa hojii uumuus himeera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.