Fana: At a Speed of Life!

Waldaan Misooma Oromiyaa barattoota qaphxii olaanaa galmeessaniif sagantaa beekamtii kennuu gaggeessaa jira

Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Waldaan Misooma Oromiyaa barattoota kutaa 12ffaa bara 2013tti qabxii olaanaa galmeessaniif sirna beekamtii kennuu gaggeessaa jira.

Waldichi Mana barumsaa bultii addaaf kan oolu proojektii dabalataa mana barumsaa bultii addaa ni eebbisiisaan eegama.

Iddoosaa Abdiitu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.