Fana: At a Speed of Life!

Waldichi ji’oottaan 5’n darbanitti galii Birrii biiliyoona 2.5 argachuu beeksise

Amajjii 1, 2015(FBC)- Waldaan Daandii Baaburaa Ityoo-Jibuutii ji’oottan 5’n darbanitti  galii Birrii Biiliyoona 2.5 argachuu beeksise.

Hojii raawwachisaan Waldichaa Obbo Abduu Zannabaa ,Daandiin Baaburaa Ityoo –Jibuutii tajaajila kennu babal’isa jiraachuu eeraniiru.

Ji’oottan shanan darbanitti fe’umsa meetirik toonii kuma 500 ol fe’uun galii Birrii biiliyoona 2.5 argamsisuun akka danda’ame ibsameera.

Waldaan Daandii  Baaburaa Ityoo – Jibuutii tajaajila geejjiba galii fi al-ergii kennu daran cimsuuf gosoota fi hanga  fe’umsaa guddisaa deemuuf hojjechaa jiraachuun ibsamuu TOI  gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.