Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin marii Addis Wag gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC)- Waltajjiin marii Addis Wag Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira.

Marichi mata duree ‘wayita filannoon gaggeeffamu nageenyaa fi tasgabbii’ jedhuun gaggeeffamaa jira.

Mariin kutaa jalqabaa ibsoota filannoo nagaa qabeessaa fi ulaagaaleerratti kan xiyyeeffatee yoo ta’u, 2ffaan ammoo wayita filannoon gaggeeffamutti nageenya waarawaa fiduurratti kan xiyyeeffateedha.

Inni 3ffaan odeeffaannoowwan sobaa filannoorratti miidhaa qaqabsiisaan haala ittisun danda’amurratti xiyyeeffannoon akka laatamuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.