Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin waggaa Hariiroo Invastimantii 12ffaan Abuudaabiitti gaggeeffamaa jiru

Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Waltajjiin waggaa Hariiroo Invastimantii 12ffaan Eemireetota Araba Gamtoomanii magaalaa Abuudaabiitti gaggeeffamuu eegaleera.

Waltajjii kanarratti hoggantoonni olaanoon Korporeeshinii Misooma Paarkiiwwanii kan irratti hirmaatan ta’uu eerameera.

Hoggantoonni kunneen dhaabbilee oomishtootaa idil addunyaafi abbootii qabeenyaa waltajjicharratti hirmaataniif paarkiiwwan indaastirii Ityoophiyaa, naannawaa daldala bilisaa Dirree Dawaa, filannoowwan invastimantii fi imaammata invastimantiifi jajjabeessituuwwan jira beeksisaa jiraachuu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.