Fana: At a Speed of Life!

Waraanni Sudaan rasaasa kuma 95 gara Ityoophiyaa seenuuf ture to’ate

Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Waraanni Sudaan rasaasa kuma 95 bulchinsa Gadaarif cinaan gara Ityoophiyaa seenuuf ture to’achuu beeksisera.

Rasaasonni kunneen Haarreetti fe’amuun gara Ityoophiyaa galuu kan tura.

Sakattoo cimaa waranichi taasisen baala sammuu nama hadoochuus to’achuu ibseera.

Qaamoleen karaa seeraan alaa rasaasicha gara Ityoophiyaa galchuuf turaan to’annaa jala oolu himameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.