Fana: At a Speed of Life!

Weebsaayitiin karaa salphaan Daayispooraan Hidha Haaromsaaf deeggarsa taasisu ifoome

Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Weebsaayitiin karaa salphaan Daayispooraan Hidha Haaromsaaf deeggarsa taasisu ifoomeera.

Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonnni Ityoophiyaa biyyoota addunyaa adda addaa keessa jiraatan karaa salphaan Hidha Haaromsaaf deeggarsa akka taasisaniif Humni Elektirikii Ityoophiyaa marsaariitii www.mygerd.com jedhamu ifoomseera.

Fuulli kun ifoomee daqiiqaa muraasa keessatti namoonni 36 Doolaara Ameerikaa kuma 1fi 899 deeggarsa funaanuu ibsameera..

Deeggarsa funaanuun bifa ho’aan ta’een eegalamuu ragaan Humna Elektirikii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.