Fana: At a Speed of Life!

Xaa’oon biyyee meetirk toonii kuma 849 Jibuutiirra gara Itiyoophiyaa galfamuun ibsame

Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)- Xaa’oon biyyee meetirk toonii kuma 849 Buufata Doonii Jibuutiirraa gara Itiyoophiyaa galfamuun ibsame.

Hanga ammaatti Xaa’oon biyyee gara Itiyoophiyaatti erguuf karoorri qabame %43 milkaa’uu ragaan Jibuutiitti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Raawwiin Kunis qonnaan bultoonni yeroodhaan galtee barbaachisaa akka argatan kan taasisuun fi dabaluu omishaaf gahee olaanaa akka qabaatu kan jajjabeessuudha jedhameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.