Fana: At a Speed of Life!

Xumurri waltajjii marii nageenyaa hawaasa Iisaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2014 (FBC) – Xumurri waltajjii marii nageenyaa hawaasa Iisaa Naannoo Afaarii fi Somaalee Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi hawaasa naannolee lameenii gidduu waldhabdee jiru mariidhaan furuun nageenya waaraa mirkaneessuuf kaayyeffate ta’uun eerameera.
Maricharratti Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalf Andu’aaleem, Preezdaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad fi Preezdaantii Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaa dabaltee qondaaltonni mootummaa federaalaa argamaniiru.
Maddi:- TOI
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.