Fana: At a Speed of Life!

Yaadannoon Injifannoo Adwaa Embaasiwwan Itiyoophiyaa biyyoota adda addaatti argamanitti argamanitti kabajame

Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) – Yaadannoon Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan Embaasiwwan Itiyoophiyaa biyyoota adda addaatti argamanitti kabajameera.

Guyyichi mata duree Adwaa mallattoo Ummattoota Gurraachaa jedhuun Embaasiwwan Itiyoophiyaa biyyoota adda addaatti argamanitti kabajameera.

Guyyaan Qoonsilaa Jeneraala Itiyoophiyaa Jiddaa fi Embaasii Itiyoophiyaa Jibuutiitti argamutti qophiilee garaagaraan kabajameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.