Fana: At a Speed of Life!

Yaa’ii idilee 5ffaa Caffee Guyyaa 2ffaaf gaggeessaa jira

Finfinnee, Adoolessa 04, 2015 (FBC)- Yaa’ii idilee 5ffaa waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa oolmaa Guyyaa 2ffaan gaggeeffamuu eegaleera.

Guyyaa har’aa yaa’ichi gabaasaa Mana Murtii Waliigalaa Naannoo Oromiyaa fi gabaasaa Odiitara Olaanaan dhiyaaturratti ni mari’ata jedhameera.

Akkasumas baajataa naannichaarrattis mari’achuun kan raggaasisu ta’uun ibsameera.

Dabalataan muudamoota garaagaraa ni raggaasisaan eegama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.