Fana: At a Speed of Life!

Yadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa sababeeffachuun Addabaabayii michummaatti Konsartiin gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) – Yadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa sababeeffachuun Addabaabayii Michummaatti Konsartiin gaggeeffameera.

Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 125ffaan sirnoota garaagaraan kabajamaa jiru.

Qophii kabaja ayyaanichaa keessaa tokko kan ta’e Addabaabayii Michummaatti Konsartiin gaggeeffameera.

Qophii Konsartii Addabaabayii Michummaatti gaggeeffame kanarratti Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimiin Dooktar Hiruut Kaasaw argamaniiru.

Konsartii kanarrtti dargaggoonni, Dubartoonnii fi daa’immaan akka hirmaatan kan taasiifameef, boru biyya kan dhaalan, seenaa akka baranii fi itti gaafatamummaa dachaa waan qabaniif jedhan Dooktar Hiruut.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.