Fana: At a Speed of Life!

Yoomiyyuu taanaan fageessinee yaadna, xiqqoo irra eegalla. Galmaa yaadne biras ni geenya.’’ – MM Dr. Abi Ahimad

Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – “Sagaleen Yeroo Biiroo qulqulleessinu,biiroo qofa qulqulleessuu ,yeroo Mooraa qulqulleessinu,Mooraa qofaa qulqulleessuu, Finfinnee yeroo ijaarrus Finfinnee qofaa ijaaru jedhu dhagahama ture.

Yeroo Itiyoophiyaa ijaarrus Ityoophiyaa qofa ijaaru yaadni jedhu ka’uu danda’a, nuti garuu ammaayyuu gara Afriikaa Bahaatti ni guddanaa.

Ammayyuu nuti biyyaa keenya ijaaruf hojiilee gurguddaa hojjechaa jira.

Yoomiyyuu taanaan fageessinee yaadna, xiqqoo irra eegalla. Galmaa yaadne biras ni geenya.’’

Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.