Fana: At a Speed of Life!

Yooseef Gabrawaldi Leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Dubartoota Biyyaleesaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Yooseef Gabrawaldi Leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaleesaa umurii 20 gadii ta’uun muudamaniiru.
 
Gariichi dorgommii Waanca Afrikaa Gaanaan qopheessiturratti kan hirmaatu ta’uun ni beekama.
 
Haaluma kanaan garichi Guraandhala 29, irraa eegale akka qophaa’uuf Leenjisaa Yooseef Gabrawaldi muudamuu Federeshiniin Kuubba Miilaa Ityoophiyaa beeksiseera.
 
Leenjisaa Yooseef Gabrawaldi Garee Dubartoota magaalaa Arba Miinci Leenjisaan turuun ibsameera.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
 
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
 
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.