Fana: At a Speed of Life!

Yuunivaarsiitiin Hawaasaa fi Baahir Daar barattoota sagantaa garagaraan leenjisaa ture kuma 12 fi 300 eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Yuunivaarsiitiin Hawaasaa fi Baahir Daar barattoota sagantaa garagaraan leenjisaa ture kuma 12 fi 300 eebbisiise.

Yuunivaarsiitiin Hawaasaa fi Baahir Daar barattoota sagantaa garagaraan leenjisaa ture kuma 12 fi 300 eebbisiiseera.

Kanneen keessaa Yuunivaarsiitiin Hawaasaa barattootaa sagantaa garagaraan leenjisaa ture kuma 4 fi 780 eebbisiiseera.

Preezdaantiin yuunivaarsiitichaa Dooktar Ayyaanoo Barasoo eebbifamtootaan erga baga gammadanii dabarsaniiru.

Yuunivaarsiitiin Baahir Daar ammoo barattootaa sagantaa garagaraan leenjisaa ture kuma 7 fi 520 eebbisiiseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.