Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo barattoota kuma 1 fi 127 eebbisiise

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo barattoota oummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 127 eebbisiise.
Eebbiifamtoota kanneen keessaa barattoonni 85 digrii lammaffaan eebbifamaaniiru.
Yuunvarsiitichi har’a Obbo Leenchoo Lataaf Dooktar Kabajaa ni laatan eegama.
Maddi:-OBN
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.