Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota Muummee Fayyaa fi Seeraan barsiisaa ture guyyaa boruu ni eebbisiisa jedhame

Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota Dooktoreetii fi ogummaa fayyaa biroon digirii jalqabaa fi Seeraan barsiisaa ture guyyaa boruu kan eebbisiisu ta’uu ibsameera.

Guyyaa boruu barattoota yaala Beelladaa fi damee teeknooloojiin barsiisaa ture dabalatee eebbifamtoota 900 ol kan eebbisiisu ta’uu Itti aanaan Diinii Akkaadaamii Yuunvarsiitichaa Dooktar Taaddasaa Haabtaamuu dubbataniiru.

Abduurhimaan Mahaammaditu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.