Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Samaraa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 1887 eebbisiise

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Samaraa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 887 eebbisiiseera.
Barattoota yuunvarsiitichi har’a eebbisiise keessaa 55 barattoota 55 digirii 2ffaan eebbifan yoo ta’an, barattoota walii gala eebbifaman keessaa harki caaluu gosa barnootaa Injinariingii fi saayinsii hawaasummaa kana hordofan ta’uu ragaan Yuunvarsiitii Samaraarraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.