Fana: At a Speed of Life!

Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Taphni gulaallii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii gita isaa Diimookiraatawaa Koongoo waliin gaggeesse goolii malee qixa xumurameera.

Taphni gulaallii Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii marsaa jalqabaa kun har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatameera.

Taphichis goolii malee qixaan xumurameera

Taphni deebii Fulbaana 27, 2015 Kinshaasaatti kan taphatamu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.