Fana: At a Speed of Life!

Kaleessa galgala Speen Maadiriiditti kan gaggeeffame dorgommii atileetiksii mana keessaa atileetonni Ityoophiyaa injifannoo galmeessan

Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) -Kaleessa galgala Speen Maadiriiditti kan gaggeeffame dorgommii atileetiksii mana keessaa atileetonni Ityoophiyaa injifannoo galmeessaniiru.
Dubartootaan dorgommii meetira kuma 3 Atileet Gudaaf Tsaggaay fageenya 8:22:65 1ffaa yoo baatu Atileet Lamlam Hayluu sadarkaa 2ffaan xumurteetti.
Dhirootaan dorgommii meetira 1500 Atileet Solomoon Baaraggaa fageenya 3:35:42 galuun 1ffaan xumureera.
Haaluma walfakkaatuun, dubartootaan meetira 1500 fageenya 4:09:42n 2ffaan xumurteetti.
Dabalataan dubartootaan atileet Haabtaam Alamuu meetira 800 fageenya 1:58:94n 1ffaan xumurteetti.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.