Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanaach Abeebee boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsan

Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee boqachuu weellisaa buleessa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsaniiru.

Aadde Adaanaach Abeebee ‘Ityoophiyaan ogeessa muuziqaa guddaa dhabdee’ jedhaniiru.

Boqachuu weellisa Alamaayyoo Isheeteefis gaddi guddaan natti dhaga’ameeraa jedhaniiru.

‘Alamaayyoo Isheetee Ityoophiyaa jaallatuuf hojiiwwan muuziqaatin biyyaa isaaf kan dhama’aa ture’ jedhaniiru.

Aadde Adaanach ‘maqaa kootii fi bulchiinsa magaalaa Finfinneen’ maatii, firoottaan fi dinqisifattootaa jajjabinaa haawwa jedhaniiru.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.