Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach hospitaala haadholii fi daa’immani baasii Birrii miiliyoona 400 ijaarrama jiru daawwatan

Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hospitaala haadholii fi daa’immanii baasii Birrii miiliyoona 400 Haayaatitti ijaarrama jiru daawwataniiru.

Hospitaalichi ijaarsisaa xumuramee baatii tokko keessaatti hojii akka eegalu himameera.

Maddi:-TOI

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.