Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isiin gahee dabarsaniiru.

Aadde Adaanech gama miidiya hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin hordoftoonni Amantaa Islaamaa hundi baga ayyaana Mawulidaa 1498ffaaf nagaan geessan jedhaaniiru.

Ayyaanichi kan nagaa, jaalalaa, gammachuu, waldeeggarsaa fi waliin jireenyaa akka ta’uus hawwaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.