Fana: At a Speed of Life!

Aadde Loomii Badhoo proojektoota gurguddoo fi bu’uuraalee misoomaa Dukam daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) –Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo proojektoota gurguddoo fi bu’uuraalee misoomaa magaalaa Dukam daawwatan.

Daawwannichas koree dhaabbii hawaasummaa fi bakka bu’oota uummataa waliin taasisaniiru.

Aadde Loomii Badhoo daawwannichi raawwii kurmaana 1ffaa gabaasan qofa dhiyaatu gochaan deeggaruun hawaasni tajaajila saffisaa fi ga’aa akka argatu taasisuf yaadameeti jedhan.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.