Fana: At a Speed of Life!

Aadde Mufariyaat Kaamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)-Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Saa’ud Arabiyaa Saamii Jaamiil Abdullaahi waliin dhimmoota lammiilee baqatummaarra jiran gara biyyaa deebisuu fi itti fufiinsaan dhaabuu irratti mari’ataniiru.

Turtii isaaniitin hariiroo obbolummaa baroota dheeraa biyyoota lamaan gidduu jiru haala cimsuun dandeessisuurratti mari’ataniiru.

Lammiilee baqatummaarra jiran gara biyyaa deebisuu fi itti fufiinsaan dhaabuuf mari’achuusanii ragaan Ministeera Nageenyaarra argam ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.