Fana: At a Speed of Life!

Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viintoo Gireey Sarfi Finfinnee galan

Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viintoo Gireey Sarfi yaa’ii Intarneetii idil addunyaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Viintoo Gireey Sarfi wayita Finfinnee ga’an Ministir Deetaa Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Huriyaa Aliin simatamaniiru.

Yaa’iin Intarneetii idil addunyaa qopheessummaa Ityoophiyaan Sadaasa 19 – 23, 2015 Finfinneetti ni gaggeeffama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.