Fana: At a Speed of Life!

Adaamaan Hadiyyaa Hoosaa’iinaa 2-0n injifate

Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 10ffaan guyyaa har’aa taphoonni 5 gaggeeffamaniiru.
 
Tapha Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaa Adaamaatti garee kubbaa miilaa bulchiinsa magaalaa Adaamaa fi Hadiyyaa Hoosaa’iinaa gidduutti gaggeeffameen Adaamaan 2-0n injifateera.
 
Taphoota biroo Istaadiyeemii Finfinnee fi naannooleetti har’a gaggeeffamneen ammoo :-
Walqixxee 1–0 Dirree Dhawaa
Faasil 1–0 Buna Sidaama
Qiddus Gorgiis 1–0 Bahiir Daar yoo injifatan
Walwaaloo Addigiraat fi Bunni Ityoophiyaa 1 qixa bahaniiru.
 
Taphoota guyyaa kaleessaa gaggeeffameen:-
Sabbataa 2 – 1 Hawaasaa
Walaayittaa 1 – 0 Maqalee 70 Indartaa yoo injifatan Sihuul Shiree fi Jimmaa Abbaa Jifaar 1 qixa xumuraniiru.
Liigicha Maqalee 70 Indartaan qabxii 19 dursaa jira.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.