Fana: At a Speed of Life!

Addi Bilisa Baasaa Biyyoolessa  Ogaadeen Preezdaant Musxafee Mahaammad Umariif erga baga gammaddanii dabarse

Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Addi Bilisa Baasaa Biyyoolessa  Ogaadeen(ONLF) Preezdaant Musxafee Umarii Preezdaantii naannoo Somaalee ta’uun filatamuu isaaniitiif erga baga gammaddanii dabarseera.

Paartichi ergaa isaatiin mootummaa naannichaa waliin hojjechuuf kutannoo qabu ibseera.

Nageenyaa fi misooma waarawaa naannichaaf fuuluratti dhufuun Obbo  Muusxafee sirrii ta’uu ONLF ergaa isaatiin ibseera.

Paartichi mootummaa haaraa naannoo Somaalee waliin hojjechuu kan itti fufu ta’uu fi hojiilee wal amantaarratti hundaa’aan waliin hojjechuuf amantaa qabu ibseera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.