Fana: At a Speed of Life!

Afaaritti iddoolee balaa lolaaf saaxilamoo ta’anitti hojiin ittisaa dursee hojjetamuu qaba – Awaal Aarbaa

Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) –Naannoo Afaaritti bakkeewwaan balaa lolaaf saxilamoo ta’an dursanii ittisuuf hatattammaa hojjatamuu akka qabu Pireezidaantiin nannichaa Obbo Awaal Aarbaan ibsan.

Nannnoo Afaaritti miidhaa balaa lolaatiin ga’u hir’isuun haala danada’amuu irratti hoggantoota naannichaa waliin mariin taasiifameera.

Miidhaa balaa lolaan ga’uu danda’u dandamachuuf haalawwan dandeessisan ilaalchisee Hogganaan Jallisii fi Misooma Yaa’awwanii naannoo Afaar Obbo Wala’ii Witikaan gabaasa dhiyeessaniiru.

Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awaal Aarbaanis iddoolee balaa lolaan miidhamanii fi fulduraattis balichaaf saaxilamuu danda’anirratti hojiileen hojjetamaan jajjabefamuu qabu jedhan.

Gara fulduurraattis hojiileen hojjetamuu qabanirratti kallattiin ka’aamuu ragaan Waajjiraa Pireezidaantii naannnichrraa argannee ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.