Fana: At a Speed of Life!

Johaanisbargitti maatiin miiliyoonni 1 ta’an waan nyaataan hin qaban

Finfinnee, Caamsaa  6, 2012 (FBC) – Afrikaa kibbaa Johaanisbargitti maatiin miiliyoonni 1 ta’an waan nyaataan akka hin qabne kaantiibaan magaalicha beeksisan.

Johaanisbarg sabaaba vaayrasii koroonaan torbanoota 6 f cufamtee jirti.

Magaalichatti dhaabbileen daldalaa cufamuun nammoonni hedduun hojii dhabuun waan nyaatan bitachuuf rakkachaa jiru.

Kanarratti hunda’uun haalaa olaanaan lakkoofsii namoota deeggarsii nyaataa barbaachisuu dabaleera.

Maddi:-Aljaziira

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.