Fana: At a Speed of Life!

Ajajni Bahaa guyyaa hundeeffama Raayyaa Ittisaa Biyyaa 116ffaa kabajaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) –Raayyaan Ittisaatti Ajajni Bahaa guyyaa hundefefama Raayyaa Ittisaa Biyyaa 116ffaa sagantaalee garaagraan kabajaa jiraachuu ibsame.

Guyyichi mata duree ‘’Raayyaa injifataa,wayita qormataa dandamatuu’ jedhuun magaalaa Hararritti kabajamaa jira.

Waltajjicharratti qorannoowwaan garaagaraa dhiyachuun mariin paanaalii kan gaggeeffamuu ta’uun ibsameera.

Saganticharratti Itti Aanaan Ajaja Bahaa Mejeer Jeneraal Fiqaaduu Tsaggayyee, Bulchituun Harargee Bahaa Aaddee Miskii Mahaammad, Qondaaltonni olaanoo Raayyaa Ittisaa fi qaamooleen nageenyaa biroon argamuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.