Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Maarqos Takleen Gibtsitti ambaasaaddara Afrikaa Kibbaa waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Maarqos Takleen Gibtsitti ambaasaaddara Afrikaa Kibbaa Jooseef Maashibiyyee waliin mari’atan.

Ambaassaadddar Maarqoos marii sadee Hidha Haaroomsaa gaggeessummaa Afrikaa Kibbaan taasiifame preezdaantiin Afrikaa Kibbaa gaggeessummaa ga’umsa qabu agarsiisaniif galateeffachuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeeraa Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.

Viidiyoowwanis daawwadhaa.

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.